Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti Waltajjiin Gamaggama raawwii hojii paartiifi mootummaa gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Adoolessa 11, 2015 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti Waltajjiin Gamaggama raawwii hojii paartiifi mootummaa bara hojii 2015fi Boqonnaa qophii bara 2016 gaggeeffamaa jira.

Gamaggama Raawwii hojii fi Boqonnaa qophii kun bulchiinsaa magalaa Shaggar kutaa magaalaa Burrayyuutti gaggaeefamaa jira.
Gamaggama kana irratti gabaasni raawwii hojii paartii fi mootumaa bara 2015 fi qophiin karooraa bara 2016 wal duraa duubban hirmaattotaaf dhiyaachuun guyyootaa lamaaf kan irratti mari’atamu ta’uu ragaan Biiroo Kominikeeshinii magaalichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment