Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Kolfee aanaa 11tti baalli sammuu namaa hadoochu to’atame

Finfinnee, Sadaasa 9, 2013 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Kolfee aanaa 11tti baalli sammuu namaa hadoochu to’atame.

Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Kolfee aanaa 11tti baalli sammuu namaa hadoochuu fi tamboo gara garaa to’atamuu hogganaan buufata poolisii nannawaa Kolfee Inispeektar Habtaamuu Antanah ibsaniiru.

Inispeektar Habtaamuun baalli sammuu namaa hodoochu kun kan argame gamoo haaraa ijaarama jiru keessatti eeruu ummataa fi sakatta’insa taasifamenidha jedhan.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa

Comments (0)
Add Comment