Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaatti Mariin hawaasaa gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Waxabajjii 2, 2016 (FBC)-Bulchinsaa Magalaa Dirree Dhawaatti marii mata duree “Hirkattummaarraa gara omishtummaatti, Birmadummaa fi kabajaa Biyyaaf” jedhuun gaggeefamaa jira.

Maricharraatti argamuun hasawaa kan taasisaan Kantiibaan Bulchinsaa Magalaa Dirree Dhawaa Kadiir Juhaar inisheetivotaa akka Biyyaatti jiran cimsinee itti fufsiisuun wabii midhaan nyaataa mirkaneessuun hiyyummaa keessaa bahuun ni danda’ama jedhaan.

Pireezidaantiin Naannoo Kibba Itiyoopiyaa Xilahuun Kabadaa akkuma gita bitoottaaf harka hinkennine hiyyumaaf jilbeenfachuu diduu qabna jedhaaniiru.

Yaasiin Shamsaddiintu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment