Finfinnee, Waxabajjii 13, 2015 (FBC)- Bu’aan yeroo sagalee Murtoo Ummataa Walaayittaa ifoomeera.
Ummanni bu’aa sagalee isaa ilaallataa jira jedhame.
Magaalaa Booddittii fi aanaa Daamoot Gaaleetti bu’aan yeroo buufataalee tokko tokkotti ifoomuu ragaan Godina Walaayittaarraa argame ni mul’isa.
Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa bu’aa waliigalaa guyyoota itti aanaan keessa ni ifoomsaan eegama.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.