Bu’aalee kalaqaa Ityoophiyaa  hojiirra oolchuuf  dhaabbileen Viizaa fi Isteempaawar waliin hojjechuf qindoomina uuman

Finfinnee, Onkololeessa 24, 2013 (FBC)  – Bu’aalee kalaqaa Ityoophiyaa  hojiirra oolchuuf  dhaabbileen Viizaa fi Isteempaawar waliin hojjechuf qindoomina uuman.

Bu’aalee kalaqaa Ityoophiyaa  hojiirra oolchuuf  dhaabbileen Viizaa fi Isteempaawar waliin hojjechuf qindoomina uumaniiru.

Sirna kanarratti Ministirri Deettaan Ministira Barnootaa Miiliyoon Maatiwaas, Ministirri Deettaa Barnoota Saayinsii fi Olaanoo Profeesar Afawarqi Kaasuu dabalatee qaamooleen dhimmi ilaalatu argamaniiru.

Isteempaawar Ityoophiyaatti waggoota 13 darbanitti giddugala 43 kan bane yoo ta’u, gaddigalichatti barattoonni saayinsiin, teeknooloojiin, injinaariingii fi herreegaan dandeettii isaanii akka guddifataniif projaktii bocuun hojiirra oolchaa tureera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa.

Comments (0)
Add Comment