Boordiin Filannoo waldaalee Siiviilii filattootaaf barnoota laachuuf gaaffii beekkamtii dhiyeessan marsaa jalqabaaf beekkamtii laate

Finfinnee, Amajjii 13, 2013 (FBC ) – Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa Waldaalee Siiviilii filattootaaf barnoota laachuuf gaaffii beekkamtii dhiyeessan marsaa jalqabaaf beekkamtii laachuu beeksise.

Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa Waldaalee Siiviilii filattootaaf barnoota akka laatan beekkamtii laachuuf waamicha dhiyeesseen Waldaaleen Siiviilii iyyannoo galchuun isaanii kan yaadatamuudha.

Gaaffii Waldaaleen kunneen dhiyaassan gamaaggamamuun sanadoota guutuu qaban akka guutuun hojjechaa turuu Boordichi beeksiseera.

Haaluma kanaan marsaa duraaf Waldaalee Siiviilii ulaagaa guutaniif 24f beekkamtii laachuu boordichi beeksiseera.

Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;

Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.

 

Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.

 

Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.

 

Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa .

 

Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!

 

Comments (0)
Add Comment