Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Qajeelfama mariin Paartilee morkattootaa ittiin durfamurratti Paartilee siyaasaa waliin marii taasiisaa jira.
Qajeelfamichi marii Paartileen siyaasaa wal waliin taasiisaan adeemsa kamiin akka gaggeeffamu murteessuuf yoo ta’u, qajeelfamichi guyyaa paartileen ragga’erraa kaase hojiirra kan oolu ta’uu himameera.
Dhimmoota biyyattiitti ka’umsa walitti bu’iinsaa ta’an akka ajandaatti Paartilee siyaasaaf dhiyeessuun mariin irratti gaggeeffama jedhame.
Taarikuu Laggasaatu gabaase.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa Qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.