Boordiin Filannoo Biyyoolessaa Ityoophiyaa paartilee adeemsa galmeerra turaniif beekamtii laate

Finfinnee, Muddee 1, 2012 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyoolessaa Ityoophiyaa paartilee adeemsa galmeerra turaniif beekamtii laate.

Haaluma kanaan paartileen beekamtii fi waraqaa ragaa argata;
1. Paartii Haqaa fi Demokraasummaa Ummata Afaar
2. Paartii Bilisummaa Ummata Afaar
3. Paartii Demokraasummaa Gaamoo
4.Paartii Demokraasummaa Moochaa
5. Paartii Demokraasummaa Ummata Qucaa
6. Paartii Magarsiisaa Kafaa
7. Paartii Bilisummaa fi Walqixxummaa
8. Sochii Biyyoolessaa Walaayittaa
9. Paartii Tokkummaa Somaalee

Comments (0)
Add Comment