Finfinnee, Onkololeessa 26, 2014 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Naannoo Beenishaangul Gumuuzitti filannoo irra deebiin gaggeessuuf ture adda kutuu beeksiseera.
Boordichi baatii Muddee bara 2014 filannoo gaggeessuuf hojii eegalee kan ture yoo ta’u, sababii labsiin yeroo ariifachiisaa labsameef yeroo qabametti filannicha gaggeessuu akka hin dandeenye ibsuu ragaan Boordii Filannoo Biyyaalessaarraa argame ni muul’isa.
Naannoo keessaan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.