Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa buufataalee filannoo marsaa 6ffaa kuma 49 fi 407 ifoomse

Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa buufataalee filannoo marsaa 6ffaa kuma 49 fi 407 ifoomseera.

Boordichi haaluma gabatee yeroo filannoo marsaa 6ffaa teessiseen Gurraandhalli 3, 2013 guyyaa buufataaleen filannoo itti ifoomuudha.

Haaluma kanaan:-

Naannoo Oromiyaa – 17,623

Magaalaa Finfinnee -1,848

Naannoo Sidaamaa – 2,247

Beenishaanguul Guumuuz – 699

Naannoo Afaar – 1,432

Naannoo Amaaraa – 12, 199

Dirree Dawaa – 305

Naannoo Gaambeellaa – 431

Naannoo Hararii – 285

Naannoo Kibbaa 8,281

Naannoo Soomaalee – 4,057 waliigala buufataalee kumni 49 fi 407 filannoo marsaa 6ffaaf tajaajila kan laataan ta’uu boordichi ifoomseera.

Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;

Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.

Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa

Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!

Comments (0)
Add Comment