Boordiichi Paartilee siyaasaa ulaagaa hin guunne 2 haqe

Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Paartilee siyaasaa ulaagaa hin guunne 2 haqeera

Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Paartii Biyyaalessaa Oromoo fi Paartii Demookraatawaa Biyyaalessaa Sidaamaa ulaagaa hin guunne jechuun haqeera.

Boordiichi Paartilee siyaasaa 4 ulaagaa taa’e guutaniiru jedhes ifa godheera.

Paartileen kunneenis: Adda Bilisummaa Biyyaalessaa Ogadeen 39% ,Paartii Ummata Affaar 45%, Paartii Demookiraatawa Gaamoo 94% fi Paartii Bilisa baasaa Affaar 48% ta’uun himameera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment