Boordichi waldaalee siiviilii 36 filannoo waliigala marsaa 6ffaa taajjabuuf galma’aanif beekkamti laate

Finfinnee, Bitootessa 11, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyoolessaa waldaalee siiviilii 36 filannoo waliigala marsaa 6ffaa taajjabuuf galma’aanif beekkamti laachuu ibse.
Filannicharratti taajjabdoonni biyya keessaa kumni dhibbi 1fi kumni 34 fo 109 ni bobba’uun eegama.
Boordichi dhaabbilee waldaalee siiviilii biyya keessaa taajjabdummaan hirmaachuuf fedhii qaban eyyamaa argachuuf iyyataa akka galfataan beeksisaa baaseen dhaabbileen 111 beekkamtii argachuuf iyyaachusaanii yaadachiisera.
Dhaabbileen kunneen iyyannoo dhiyeessaniifi sanadoota walqabatan seera filannichaan waamicha baheen fi ulaagaalee bu’uurichaafi dirqamawwan kan guutan waan ta’aniif akkasumas dandeettiin raawwii dhaabbilee kunneen gamagamameefi sadarkaa sadarkaan sanadoota hir’atan akka guutan gochuun marsaa jalqabaaf kan ilaalaman dhaabbilee 111 keessaa dhaabbileen 43 gara marsaa lammaffaatti akka ce’an taasifameera jedhame.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment