Boordichi Paartilee Siyaasaa iyyannoo dhiyeesan waliin marii taasiise

Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa Paartilee Siyaasaa filannoo marsaa 6ffaarratti iyyannoo dhiyeesan waliin marii taasiisuu ibsameera.
Paartilee siyaasaa adeemsa filannoo marsaa 6ffaa waxabajjii 14, 2013 gaggeeffameerratti komii dhiyeeffatan waliin marii taasiisuu boordichi Fuula Miidiyaa hawaasummaa isaan beeksiiseera.
Iyyannoo dhiyaataniif yeroo gabaabaa keessatti deebii laachuuf yaadota gargaaran Paartileen siyaasaa akka dhiyeesan yaaddamee waltajjii qophaa’e ta’uu Walitti Qabduun Boordii Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa Birtukaan Miidhaksaan ibsaniiru.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraamahttps://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment