Boordichi guyya kenninsa sagalee filannoo irra deebii fi haftee marsaa 6ffaa ifoomse

Finfinnee, Caamsaa 29, 2016 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa guyya kenninsa sagalee, filannoo irra deebii fi haftee marsaa 6ffaa Waxabajjii 16, 2016 ta’uu ifoomse.

Boordichi filannoo irraa deebii fi haftee naannolee Beenishaangul Gumuz, Afaar, Somaalee fi Naannoo Giddugalessaa Itiyoophiyaatti gaggeessuuf sagantaa yeroo raawwii fooyya’e ifoomseera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment