Boordichi gochii dhiibbaa mirga namoomaa akka hin raawwanneef hordooffii fi to’annaan taasisa jedhe

Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC)- Boordii sakattoo hojirraa oolma labsii yeroo arifachiisaa naannoo Tigraayii fi ollaatti gochii dhiibbaa mirga namoomaa akka hin raawwanneef hordooffii fi to’annaa taasisuu beeksise.

Naannoo Tigraayitti laabsiin yeroo aarifachiisaa labsamuurratti hundaa’ee boordii sakattoo hundaa’eera.

Walitti qabaan boordichaa obbo Lammaa Tasammaa ibsa laataniin, laabsiin yeroo ariifachiisaa nageenyaa umataan wal qabsiisee of eeggannoo ni taasisaa jedhaniiru.

Hojii boordiichi baatii tokkoo keessaatti hojjatees ummataaf kan ifoomuu fi keessaayyuu Tigraayii fi ollaatti gochii dhiibbaa mirga namoomaa akka hin raawwanneef hordooffii fi to’annaan taasisuu beeksiseera.

Boordii sakattoo hojirraa oolma labsi yeroo arifachiisaa Onkololeessa 26, 2013 hundeeffamuunsa ni yaadatama.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa.
Comments (0)
Add Comment