Boordichi dhaabbilee hawaasa Siivilii waliin mari’achaa jira

Finfinnee, Gurraandhala 13, 2013 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaa dhaabbilee hawaasa Siivilii waliin mari’achaa jira
Boordichi dhaabbilee hawaasa Siivilii barnoota filattootaa kennuuf waraqaan ragaa kennameef waliin mari’achaa jira.
Marii kanarrattis miseensonnii fi hoggantoonni dhaabbilee hawaasa Siivilii filattootaaf barnoota kennuuf waraqaan ragaa kennameef 65 hirmaachaa jiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment