Boba’aan seeraan alaa Barmeelli 121 to’atame

Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)- Boba’aan seeraan ala geejjibsiifamaa ture barmeelli 121 to’annoo jala oolfmuu Abbaan Taayitaa Boba’aa fi Inarjii beeksise.

Abbaan taayitichaa eeruu qaqqabeen hordofee Poolisii Federaalaa walta’uun to’annoo jalaa oochuu beeksiseera.

Konkolaatichi haala balaa fi qisaasamaaf saaxilamaa ta’een boba’aa Magaala Bishooftuurraa gara Wallaggaa Lixaa Aanaa Begiitti geejjibsiisaa utuu jiru to’atamuun eerameera.

Boba’aan to’atames mootummaan dhaalamuun hojiin qorannoo gaggeeffamaa jiraachuu ragaan abbaa taayiticharraa argae ni mjul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment