Biyyoota garaagaraatti Ambaasaaddaroonni Ityoophiyaa bakka bu’an hojiilee riifoormii Ministeera Albuudaa daawwatan

Finfinnee, Mudde 13, 2015 (FBC) – Biyyoota garaagaraatti Ambaasaaddaroonni Ityoophiyaa bakka bu’an hojiilee riifoormii Ministeera Albuudaa daawwataniiru.

Daawwannichaan booda Ministira Ministeera Albuudaa Injinar Takkalaa Uumaa waliin mari’ataniiru.

Riifoormii diinaagdee biyyaalessaa shanan keessa tokko kan ta’e Imaammata Albuudaaraatti Ambaasaaddaroota kanneen waliin marii bu’a qabeessa taasisuu Injinar Taakkalaan fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment