Finfinnee,Mudde 7, 2017 (FMC) – Tumsi Ameerikaa fi biyyoonni Lixaa Yuukreeniif taasiisan Raashiyaan tarkaanfii haloo bahuu cimaa akka fudhattu dhiibaa jiraachuu Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin ibsan.
Tumsi waraanaa Ameerikaa dabalatee biyyoonni Lixaa Yuukreeniif taasiisaa jiran Raashiyaan tarkaanfii haloo bahuu hamaa fudhachuuf akka qophooftu taasisaa jiraachuu Pireezidaanti Puutiin marii qondaaltoota waraanaa waliin taasisanirratti dubbataniiru.
Biyyoonni Lixaan Raashiyaarratti waraana gamhedduu labsuu eeraniiru.
Kunis Raashiyaan sodaa nageenyaa keessa akka galtu taasiseera jechuu isaanii RT’n gabaaseera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.