Biyyoo gabbataa, qilleensa gaarii, Bishaan gahaa osoo qabnu biyyoonni akka keenyaa haala mijataa hin qabne oomishanii of danda’aniiru – Dr Abiy

Filannoon namaa misooma, jijjiirama yoo ta’e biyyoo gabbataa, qilleensa gaarii, Bishaan gahaa osoo qabnu biyyoonni akka keenyaa haala mijataa hin qabne oomishanii of danda’aniiru.

Itiyoophiyaanoonni wanta nu barbaachisu adda baasnee beekuu qabna, kan nu hin barbaachifnes adda baasuun barbaachisaa ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsaniiru.

Comments (0)
Add Comment