Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC)- Biyyi kan ceetu dargaggoota hojii uumtota xiqqoorraa ka’uun gara dhaabbataatti guddataniin ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Dooktar Abiy dargaggoota leenjii Gannaan hojiilee kalaqa teeknooloojii hojjetan daawwachuu gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.
Hojiileen kalaqaa kunneenis bu’uura badhaadhina Itiyoophiyaa kan kaa’an ta’uu himaniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.