Biyyattiin Bu’aalee Oomisha muduraalee argamsiisaa jirti – MM Abiy Ahimad

Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti Oomishaaleen muduraalee iddoo hundatti babal’achaa jiraachuu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsaniiru.
Oomishni Avokaadoo guddachuun biyyattiin oomisha ishee gara biyya alaatti erguurra ga’uu dandeesserti jedhan.
Duula ashaaraa magariisaa bara kanaaf biqiltoota biiliyoona 7.6 dhaabbiif qophaa’an keessaa % 52 kuduraalee fi muduraalee wabii midhaan nyaataa mirkaneessuuf oolan ta’uu ibsaniiru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment