Biyya tajaajiluun carraa; ergama bahachuun ammoo injifannoodha- MM Abiy Ahimad

Finfinnee, Mudde 25, 2015(FBC)- Biyya tajaajiluun carraa ergama bahachuun ammoo injifannoodha jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.

Ambaasaaddaroota bara tajaajila isaanii xumuran Ityoophiyaan kan galateeffattu ta’uu Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin ibsaniiru.

Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Ambaasaaddaroota Ityoophiyaa bakka bu’uun waltajjiiwwan addunyaatti tajaajilaa turan galateeffataniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment