Finfinnee, Fulbaana 26, 2014 (FBC) – Biyya jabduu fi Ummata guddaa tajaajiluun kabajaas carraadhas jedhan Ministirri Ministeera Albuudaa Injiinar Taakkalee Uumaan.
Yeroon kun yeroo seenaa gaarii itti barreessinu boqonnaa haaraadha jedhan fuula Miidiyaa hawaasummaa isaaniin.
Biyya mijattu ijaaruun dhaalotaaf ni ceesiifne jechuun ibsaniiru.
Imaanaa fi itti gaafatamummaan itti laatameef Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad galateeffataniiiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.