Bittaa fi gurgurtaan meeshaa waraanaa idil addunyaa Tiiriyoona 2 darbe

Finfinnee, Eebila 17, 2014 (FBC)- Biyyoonni idil addunyaa humna waraanaa ijaaruuf baasii kan taasisaan bittaa fi gurgurtaan meeshaa waraanaa bara Faranjoota 2021 rikkardii haaraa galmeessaniiru.

Gabaasa Inistityuutiin Qorannoo nageenyaa Idil addunyaa Stookihoolm baaseen, addunyaarratti ijaarsa waraanaatiif baasiin Doolaarri Ameerikaa Tiiriliyoona 2.113 ta’uu eerameera.

Kanneen keessaayis Ameerikaa, Chaayinaa, Hind, Ingiliizii fi Raashiyaan %62 ni uwwisu jedhameera.

Maddi:-RT

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment