Biriitaaniyaan oomishaalee sibiilaa Raashiyaatii galan irra dhorkii keesse

Finfinnee, Bitootessa 24, 2014 (FBC)- Biriitaaniyaan oomishaalee sibiilaa Raashiyaatii galan irra dhorkii kaa’uu ishee beeksisteetti.

Dhaabbanni dhiyeessi sibiiloota Landaan (LMI) akka beeksiseetti  sibiiloonni Raashiyaarra galan kuusa Biriitaaniyaa keessa akka hin teenye dhorkiin kaa’ameera.

Oomishaalee sibilaa goosoota Aluuminiyeemii sadarkaa jalqabaa fi kanneen biroon dhorkii kaa’uu murteessiteetti.

Murtoon dhorkii kun oomishaalee sibiloota bara Faranjoota Bitootessa 25, 2022  dura hin seennee kan hin ilaallannee ta’uu Anaadool gabaaseera.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment