Biriitaaniyaan dabalataan lammiilee Raashiyaa 370 irra qoqqoobbii keesse

Finfinnee, Bitootessa 6, 2014 (FBC) – Biriitaaniyaan dabalataan lammiilee Raashiyaa 370 irra qoqqoobbii kaa’uu beeksiifte.
Biyyattii lammiilee Raashiyaa deeggartoota Preezdaanti Viilaadmiir Putiin jechuun lammiilee Raashiyaa 370 irra qoqqobbii cimaa kaa’uu eerameera.
Hundeessaa Baankii Alfaa Miikaahiil Firiidmaan, Hundeessaa Leetar On Piitar Avaanii fi Preezdaantii duraanii Diimiitirii Meediveedeevin dabalatee lammiilee 370 irra qoqqoobbii kaa’uun ibsameera.
Biriitaaniyaan waliigala lammiilee Raashiyaa kuma 1 ol ta’anirra qoqqoobbii kaa’uu ishee Biloombargi gabaaseera.
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment