Biqiltuuwwan Abuukaadoo fi Muuzii ashaaraa magariisaan dhaabbatan fooyya’iinsa agarsiisa jiru-Dooktar Abiy

Finfinnee, Sadaasa 28, 2013 (FBC)- Biqiltuuwwan Abuukaadoo fi Muuzii Waggaa darbee duula Ashaaraa magariisaatin dhaabbataan fooyya’insa agarsiisaa jiraachuu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad beeksisan.

Dooktar Abiy fuula Twiitara isaaniin akka beeksisaniitti, lammiileen misoomaaf murannoo qabaachuun isaanii kan nama shakkisiisuu miti jedhaniiru.

Biqiltuuwwan dhaabnu firii ni godhatu, kan faacasne ni haamna jedhaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffan
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment