Bilisummaa dhugaa gonfachuuf haa oomishnu-Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)- Bilisummaa dhugaa gonfachuuf haa oomishnu jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad.

Dooktar Abiy Ahimad gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin ergaa dabarsaniin, bishaan, lafa, humna daragagummaa gahaa biyya qabdu kadhaa keessaa yoo hinbasne bilisummaan hiikaa hinqabaatu jedhan.

Bilisummaa dhugaa gonfachuufis haa oomishnu jechuun kan dhaaman Dooktar Abiy, gootummaan kadhaa seenaa taasisu oomishaa qonnaan cimee akka itti fufu dubbataniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment