Bilbilli bilisaan qaama miidhamtoota tajaajilu eegalame

Finfinnee, Amajjii 25, 2013 (FBC) – Bilbilli bilisaan qaama miidhamtoota tajaajilu eegalamuu ibsame.
Sararri bilbilaa tajaajila bilisaa laatu kun 6768 ta’uu ibsameera.
Tajaajilichi Ityoo Teeleekoom dabalatee bakka Dhaabbileen garaagaraa argamanitti Giddugala misooma Qaama Miidhamtootaatti ifoomeera.
Tajaajilli ‘Minci’ jedhamu kun qaama miidhamtoota walitti fiduuf kan kaayyeeffame ta’uu ibsameera.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
Comments (0)
Add Comment