Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Biiroon Fayyaa Oromiyaa gamaaggama raawwii baatiwwan sagalii Magaalaa Adaamaatti gaggeessuu eegaleera.
Biirichi qorannoo dhibee HIV/ AIDS irratti gaggeessaa ture har’a magaalaa Adaamaatti gamaaggamaa jira.
Buufataleen Fayyaa godinaalee Oromiyaa raawwii hojii baatiwwan saglan darbanii dhiyeessuun irratti mari’atamaa jiraachuu ibsameera.
Toleeraa Bojaatu gabaase.
#Oromia #Ethiopia