Finfinnee, Caamsaa 15, 2015 (FBC) – Beeljiyeem damee Innooveeshinii fi Teeknooloojii, Diijitaalaayizeeshinii fi ijaarsa dandeettiin Ityoophiyaa waliin tumsaan hojjechuuf qophii ta’uu ibsite.
Ministirri Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii Dooktar Ballaxaa Mollaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Beeljiyeem Isteefan Teejis waliin mari’ataniiru.
Damee Innooveeshinii fi Teeknooloojii, ICT, ijaarsa dandeettii, Saayinsii Hawaa fi dhimmoota waloorratti tumsaan hojjechuuf haala dandeessisanirratti mari’ataniiru.
Dooktar Ballaxaan tumsa damee hundaa biyyattiin Ityoophiyaaf taasiisaa jirtu galeeffateeffachuu ragaan Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojiirraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.