Beeljiyam 0-2 Morookoo xumurame

Finfinnee, Sadaasa 18, 2015 (FBC)- Tapha Waancaa Addunyaa 22ffaan taphni Beeljiyamii fi Morookoo gidduutti gaggeeffameen Morokoon Beeljiyamiin 2 fi 0’n injifatte.

Tapha morkii cimaan irratti mul’ate kana daqiiqaa 73ffaarratti taphataa Abdulhaamiid Saabirii fi Abukihlal daqiiqaa sagaltamni dhumee daqiiqaan dabalamee daqiiqaa 2ffaarratti goolii dabalataa Moorokoof lakkoofsiseen Morookoon injifachuu dandeesseetti.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Or/omo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment