Beekkumsi daandii waanjoo garbummaa doofummaa jalaa itti bilisooman – MM Abiy Ahimad

Finfinnee, Muddee 23, 2014 (FBC) -Beekkumsi daandii waanjoo garbummaa jalaa itti bilisoomani jedhan Muummèen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad haasawa sirna eebba mana Kitaabaa Abrihoot irratti taasiisaniin.

Sababa doofummaan diina biyya waraanuuf ergamaa kanneen ta’an jiraachuu ibsaniiru.

Rakkooleen akka kanaa akka hin muuddanne beekkumsi barbaachisaa ta’uu eeruun, kanaaf ammoo kitaamni murteessaa ta’uu Muummèen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad haasawa isaaniin himaniiru.

Seenaa, ummataa fi biyya keenya yoo hin beekne doofummaa keessaa ba’uu hin dandeenyu jedhan.

Walitti bu’iinsaa fi waarana Diinoonni keenya dursinee hamma geenyu itti agarsiisuu qabna jechuun ibsaniiru.

Dhaabbilee kaayyoo eebbifamaa akka kanaa qaban jalqabuu qota osoo hin taane eebbisiisuun sirnaan akka tajaaji gochuun murteessaa ta’uu eeraniiru.

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment