Beejiingitti Imbaasiin Ityoophiyaa fi Guwaanzhitti jilli Qonsilaa Ityoophiyaa Bulchiinsa naannoo Jiyaangizhi waliin mari’ate

Finfinnee, Sadaasa 30, 2013 (FBC) – Beejiingitti Imbaasiin Ityoophiyaa fi Guwaanzhitti jilli Qonsilaa Ityoophiyaa Bulchiinsa naannoo Jiyaangizhi waliin mari’ateera.
Chaayinaatti jilli Ambaasaaddara FDRI Tashoomaa Toogaan durfamu bulchiinsa olaanaa Yuu Liyaanhoong waliin mari’ateera.
Mariin magaalaa Maanchaangitti gaggeeffame hariiroo biyyoota lameenii cimsurratti kan xiyyeeffatedha.
Jilli kun bulchiinsichaatti daawwanaa guyyaa sadii kan taasise yoo ta’u, Daayrekatara Itti Aanaa Qonnaa fi Turizimii Huwaang Ziwroong waliin mari’ateera.
Turtii isaan hariiroo tumsa turizimii fi qunamtii ummataa cimsurrattis mari’ateera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment