Barattoonni Yuunvarsiitiin Walaayittaa Sooddoo bara kana eebbifamaan sagantaa Ashaaraa Magariisaa gaggeessan

Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC)- Barattoonni Yuunvarsiitiin Walaayittaa Sooddoo bara kana eebbifamaan sagantaa Ashaaraa Magariisaa gaggeessaniiru.

Raayyaa ittisa biyyaa cinaa dhaabbachuun aantummaasaanii agarsiisuuf barattoonni eebbifamoon ashaaraa magaarisaa ka’aaniiru.

Yuunvarsiitichatti baratoonni muummee garagaraatin baratan kumni 5 fi 789 bara kana kan eebbifamaan yoo ta’uu, nutis ashaaraa magariisaa keenya ka’uun aantummaa isaanii agarsiisaniiru.

Yuunvarsiitiin Walaayiitta Sooddoo sagantaa ashaaraa magaariisaa bara kanaatin biqiltuu kuma 500 dhaabaa jira.

Mallas Taaddalaatu gabaase

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment