Barattoonni Saayinsii Umamaa gara Yuunivarsiitiiwwanii seenaa jiru

Finfinnee, Adoolessa 23, 2015 (FBC)- Barattoonni Saayinsii Umamaa qormaata biyyalessaa kutaa 12ffaa fudhatan gara Yuunivarsiitiiwwanii seenaa jiru.

Yuunivarsiitiiwwan garaagaraas barattoota kanneen simachaa jiraachuun eerameera.

Barattoonni gara Yuunivarsiitiiwwan qormaataaf ramadamanii har’a akka seenanii fi Wiixata boruu ooranteeshiniin akka kennamu sagantaan ba’ee ni akeeka.

Qormaannis Biyyaalessaa barattootaa kutaa 12ffaa Saayinsii Umamaa Kibxataa hanga Jimaataatti akka kennamuu Tajaajilli Qormaataa fi Madaallii Barnootaa beeksisuun ni yaadatama.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment