Barattoonni eebbifamoo Yunvarsiitii Arsii egizibiishiinii hojii agarsiisaa jiru

Finfinnee, Fulbaana 3, 2014 (FBC)- Barattoonni eebbifamoo Yunvarsiitii Arsii egizibiishiinii hojii agarsiisaa jiru jedhameera.

Itti aaanaan Preezdaantii Yuunvarsiitii Arsii Dooktar Qaasiim Kimoo akka jedhanitti, kaayyoon agarsiisa kanaa barattoota eebbifamaniifi qacartoota wal-qunnamsiisuu, walitti hidhamiinsa Yunvarsiitichaaf Indaastiri gidduu jiru cimsuudha akkasumas yuunvarsiiticha beeksisuudha.

Agarsiisa kana irrattis dhaabbilee heddutu irratti argame jedhaniiru.

Barattoonni eebbifamtoonnis agarsiisni kun carraa hojii nu uuma jenneeti abdanna jedhaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment