Finfinnee, Sadaasa 24, 2014 (FBC) – Baratoonni magaalaa Baahir Daar sosochi Idil addunyaa “Ni Ga’a’ jedhutti makamaniiru.
Baratoonni magaalichaa giddu seentummaa biyyoota lixaa kan balaaleffatan ta’uu ibsaniiru.
Barattoonni kutaa 7 ol manneen barnootaa magaalichaarraa walitti babba’an kuma 20 ol Addabaabaayiitti ba’uun sagalee isaanii dhageessisaniiru.
Alabbaachoo Abaataatu gabaase.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa
argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.