Bara mootummaa Dargii Muummee Ministiraa kan turan Fiqirasillaasee Wagdaras du’aan boqotaniiru

Finfinnee, Muddee 3, 2013 (FBC) –Bara mootummaa Dargii Muummee Ministiraa kan turan Fiqirasillaasee Wagdaras du’aan boqotaniiru.
Muummeen Ministiraa duraanii Shaambal Fiqirasillaasee Wagdaras guyyaa har’aa du’aan addunyaarraa boqotaniiru.
Shaambal Fiqirasillaasee Wagdaras humna qilleensaa bakka bu’uun namoota dargii hundeessaan keessaa tokko yoo ta’an boodarra muummee ministiraa kan turanidha.
Shaambal Fiqirasillaasee Wagdaras kitaaboota lama bareeessuun dubbistootan ga’aniiru.
Fiqirasillaaseen Adoolessa 7,1937 Finfinneetti kan dhalatan yoo ta’u, leenjii humna qilleensaa Ityoophiyarra bara 1955 kan eebbifaman yoo ta’u biyya Ameerikaatti leenjii fudhataniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment