Bara kana ummata miiliyoona 2 fi kuma 700f bishaan dhugatii qulqulluu dhiyeessuuf hojjetamaa jira – BBIO

Finfinnee, Amajjii 15, 2015 (FBC) -Biiroon Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa raawwwii hojii baatiwwaan 6’n darbanii magaalaa Adaamaatti gamaaggamaa jiraachun ibsameera.

Godinaalee fi magaalota Oromiyaa keessatti piroojektoonni bishaan dhugaatii 190 mootummaa fi dhaabbileen piroojektooni kumni 7 fi 500 ammoo hirmaannaa hawaasaan hojjetama jiraachuun gamaaggamichaan ibsameera.

Bara kana uummata miiliyoona 2 fi kuma 700f bishaan dhugatii qulqulluu dhiyeessuuf hojjetama jiraachu Hoggantuun Biiroo Bishaanii fi Inarjii Injinar Miiliyoon Baqqalaa himaniiru.

Hanqina dhiyeessii Tajaajila bishaan dhugaatii furuufis rifoormiin teeknooloojiin deeggarame hojiirra oolaa jiraachuus OBN gabaasera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment