Bara kana keessa Liibiyaatti nammoonnii 284 bala du’aaf saaxilamaniiru

Finfinnee, Muddee 11, 2012 (FBC) – Bara kana keessa Liibiyaatti nammoonni 284 bala saaxilamaniiru isaani Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomani beeksiseera.

Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomani gabasaa laateen Liibiyaa keessatti dhibbaan mirgaa namooma baballa’achuun sababa ijoo ta’u beeksiseera.

Dhaabbata Mootummoota Gamtoomani Dubbii Himaa Olaanaa Komiishinii  Ruupeert Koolviil bara kana keessa du’aatiin galmeeffaman kan bara darbeen wal bira qabamee yoo ilaalamuu %4 ni caalaa jedhame.

Namoota nagaa, falmattoota mirga namooma fi gaazixeessoota irraa miidhaan ga’uu, buqaatoota fi hidhamtoota yaddoo keessa galcheera jedhan.

Sababiin bala kanaas namoonni 182 dhibbaa jiijjiirama qilleensaati yoo du’aan namooti 212 dhibbaan gaargaara akka irraa gahee dubbataniiru.

Dubbii Himiichi dubbii isaanin sababa walittii bu’iinsaan lammiileen kumni 343 qe’ee isaanirraa kan buqqa’uun yoo ta’u  lammiileen kumni 100 sodaan ni buqqa’uu jedhu jirachuu beeksisaniiru.

Maddi:- www.middleeastmonitor.com

Comments (0)
Add Comment