Bara kana daandiiwwan qilleensaa Afrikaa sababa qaala’iinsa gatii boba’aan Doolaara biiliyoona 4 ni dhabu jedhame

Finfinnee, Waxabajjii 29, 2014 (FBC) – Bara kana daandiiwwan qilleensaa Afrikaa galii argachuu qaban Doolaara biiliyoona 4 sababa qaala’iinsa gatii boba’aan kan dhaban ta’uu Waldaan Daandiiwwan Qilleensaa Afrikaa ibse.

Gatiin boba’aa sadarkaa olaanaan dabaluusaatiin daandiin qilleensaa Keeniyaa kaffaltii balaliisaa irraa deebiin fooyyessuuf kan dirqamu ta’uu waldichi eereera.

Hangi daandiiwwan qilleensaa Afrikaa bara kana dhaban %23.4 galii bara 2019 argatanii ta’uu waldichi ibsuu “The East African” gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment