Bara haaraa sababeeffachuun madfiin si’a 21 dhukaafama

Finfinnee, Qaammee 5, 2014 (FBC) – Guyyaa boruu ayyaana jijjirama bara haaraa sababeeffachuun yeroo 21 madfiin akka dhukaafamu eerame.

Haaluma kanaan sa’aatii 12:00 irratti madfiin kan dhukaafamu ta’uu ragaan Ministeera Raayyaa Ittisaa beeksiseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment