Bara Faranjoota 2020tti hammi gaazii gubataa gara qilleensatti gadi dhiifamu hir’achuun himame

Finfinnee, Muddee 2, 2013 (FBC) –Bara Faranjoota 2020tti hammi gaazii gubataa gara qilleensatti gadi dhiifamu hir’achuu qorattoonni qabeenya qilleensaa beeksisan.
Kun waraanaa addunyaa lammaaffaa booddee kan hin mul’anne ta’uudha kan himame.
Faransaayii fi Ingilizi marsaa lammaffaaf weerara vaayrasichaan miidhamuun walqabatee qabeenya qilleensarratti jijjiirama guddaa akka fide eerameera.
Chaayinatti qisaasamni qabeenya qilleensaa dabalaa dhufeera jedhame.
Sadarkaa idil addunyaatti gareen projaktii kaarbaan jedhamu gadi dhiifamni kaarbaanii bara kana toonii biiliyoona 2.4n hir’achuu ibsameera.
Kan kanaan duraa waliin walbira qabamee yoo ilaalamu bara Faranjootaa 2009 gara walakkaa biiliyoonaa yoo hir’atu waraana aadunyaa lammaaffaa ammoo toonii biiliyoona 1 gadi bu’ee akka ture qorattoonni eeraniiru.
Maddi:- BBC
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment