Bara bajataa 2016 galii Birrii biiliyoona 529 sassaabuuf hojjetamaa jira -Ministeera Galiiwwanii

Finfinnee, Adoolessa 21, 2015 (FBC) – Bara bajataa 2016 galii Birrii biiliyoona 529 sassaabuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Galiiwwnaii beeksiise.

Ministeerichi raawwii bara bajataa xumuramee fi karoora bara 2016 irratti waajjira damee kafaltoota gibira olaanaa fi kafaltoota gibira olaanaa waliin mari’ateera.

Bara bajataa xumurame mata dureewwan galii addaddaarraa Birrii biiliyoona 450 sassaabuuf karoorfamee birriin biiliyoona 442 sassaabamuu Ministirri Ministeera aliiwwanii Aadde Ayinaalem Nuguseen ibsaniiru.

Bara bajataa 2016 ammoo Galii Birrii biiliyoona 529 sassaabuuf hojiileenn adda addaa hojjetamaa jiraachuu himuu TOI gabaaseera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment