Bara bajataa 2014tti daldala alaarraa galii Doolaarri biiliyoonni 4 ol argamuu ibsame

Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) – Bara bajataa 2014tti daldala alaarraa galii Doolaarri biiliyoonni 4.12 argamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksise.

Ministeerichi bara baajatichaatti galii Doolaara biiliyoona 4.63 argamsiisuuf karoorsee galii Doolaarri biiliyoonni 4.12 argamuu ibseera.

Galichi galii bara darbe argameen wayita madaalamu %13.81 caalmaa qabaachuu eeramuu ragaan ministeericharraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment