Bara bajaatichaatti baatiwwan 6 keessaatti daldala alaarra galiin doolaarri biiliyoonni 1.5 argame

Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC)- Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii bara baajatichaatti walakka waggaatin daldala alaarraa galiin Doolaarri Ameerikaa biiliyoonni 1.5 argamuu beeksise.
Baatiwwan 6 keessaatti daldala alaarra galii doolaraa biiliyoona 1.7 argachuuf karoorfameen doolaarri biiliyooni 1.5 argamuu Ministirri Ministeera Daldalaa fi Indaastirii obbo Malaakuu Allabal ibsaniiru.
Kunis kan bara darbee yeroo walfakkatan wal bira qabamee yoo ilaallamuu %18 caalmaa qaba jedhameera.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
Comments (0)
Add Comment