Balalliin Baqattoota Ingilizitti koolu galtummaa gaafachuun gara Ruwaandaatti ergamuuf turanii mana murtiin dhorkame

Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – Balalliin Xiyyaaraa Baqattoota Ingilizitti koolu galtummaa gaafachuun gara Ruwaandaatti ergamuuf turanii mana murtiin dhorkamuu ibsameera.
Xiyyaarichi wayita balalliif qophiira turetti dhorkamuu himameera.
Ingiliz Baqattoota waraanaa dheeffuun gara biyyattii seenaan Ruwaandaa qubachiisuuf fedhii qabaachuu ibsuun kan yaadatamuudha.
Kana hordofee dhaddachi Mana Murtii Mirgoota Namoomaa Awurooppaa (ECHR) dhimmicha mormuun mana Murtii Ingilitti falmii taasiiseen balalliin jalqabaa akka hin taasiifamne dhorkuu ibsameera.
Maddi:-BBC
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment