Balaliin gara Jibuutiitti taasifamu torbeetti 17 ta’uufi

Finfinnee, Fulbaana 21, 2016 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa baatii dhufuu eegalee gara Jibuutiitti balalii taasisu torbanitti yeroo 217’tti guddisuufi.

Daandiin Qilleensichaa bara Faranjootaa Sadaasa 1, 2023 eegalee gara Jibuutiitti balalii taasisuus balalii halkanii sadi eegaluun ta’uun eerameera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment